Articles

140: Dubra xixiqqoo heeruma hin gahin nikaaha namaa godhuun...

Gaafii: Ijoollee dubraa daa’imman umriin isaanii xiqqaa tahe yoo nikhaha hidhan, nikeenni sun ni tahaa?     De...

Aug 21, 2025
137: Yeroo wuduu’a godhan akkamitti kaalsii irra haqan?

Gaafii: Hukmii shari’aa keessatti kaalsii irratti akkamiin haquu danda’an? Akki haqan hoo akkam? Yeroon haqan hoo yeroo...

Aug 21, 2025
140: Ji’a Rajab keessa soomanni ajajame jiraa?

Rajab: Ji’a kabajamaadha.   Jiini Rajab ji’oota Rabbiin kabajamtoota jedhe keessaa isa tokko. Qur’aana keessatti S...

Aug 21, 2025
140: Salaata booda aayatal Khursii qara’uun akkami?

  Wanni Nabiin keenya-Salallaahu Aleeyhi Wasallam- jabeessanii nuuf dhaaman inni tokko Salaata shanan booda;  suura...

Aug 21, 2025
141: Azkaara Salaata waajibaa boodaa yeroo biroo yoo qara’e...

Gaaffii: Azkaara Salaata waajibaa shanan boodaa yeroo salaataa dhiisee, yeroo biraa yoo qara’e maal rakkoo qaba ?  ...

Aug 21, 2025
141: Adurreen salaata ni balleessitii?

Gaafii: Yeroo salaatu bashoon (adurreen) narra naannoytii salaatni sun akkami?     Deebisaa: Ergamaan Rabbii S...

Aug 21, 2025
142: Dubartiin hoggaa jaarsi irraa du’e, guyyaa hagamiif guf...

Gaafii: Dubartiin hoggaa jaarsi irraa du’e, guyyaa hagamiif gufufachuu qabdi?   Deebisaa: Abbaan manaa, haadha mana...

Aug 21, 2025
142: Doktora dhiiraa harkatti dhaluun hayyamamaa?

Gaafii: Akkuma beekkamu hospitaala hedduu keessatti dhiiraatu nama dhalchiisa. Dhiirti owraa dhalaa arkuun sun akkami? &...

Aug 21, 2025
842: Dhalaa biyyaa baatee hojjattu sadaqaan irraa ni qeebala...

Gaafii: Dhalaalee biyyarraa dhuftee as keessa hojjattu tana sadaqaan irraa ni qeebalamtii?   Deebisaa: Yaa gabricha...

Aug 21, 2025
142: Soomana sunna walitti dhaabanii Soomanuu

Gaafii: An Soomana Isniina (wiixataa) fi Khamisaa aadaa godhadheetiin jira. Guyyoota biroo hoo itti dabalee soomanuu dan...

Aug 21, 2025
103: Waan of dura dhufu beekuun shirkitti laakkawamaa?

Gaafii: Yoo keeyrii takka argachuuf keeyriin wayii natti dhihaatte, faraja wayii Rabbi naaf fiduuf deemu ni gammadaa, yo...

Aug 21, 2025
142: Jaarsi kiyya abbaa kiyya akka hin gargaarre na dhoorke

Gaafii: Anii fi Abbaan mana kiyyaa wal jaalannee wal fuune. Osoma waliin jiraannuu, ani al akka takka haadhaa fi abbaa k...

Aug 21, 2025
143: Aqiiqaa daa'imaa haadha moo abbaatu baasa?

Gaafii: Ilma tokko qaba. Ilma kana aqiiqaan narra jirti moo Abbaa irra jirti?     Deebisaa: Yaa gabrittii Rabb...

Aug 21, 2025
845: Nama du’etti dhaammachuun ni tahaa?

  Gaafii: Namni garii akka waan namni du’e fira isaa, aanaa isaa ka dur dabre bira dhaquutti maytaa/reefka/reeffa b...

Aug 21, 2025
758: Qadaatu narra jiraa garuu na dhukkubaa akkamiin godha?

Gaafii: Ramadaana keessa dahee garuu fayyaa dhabee haga Ramadaanni kuun dhufuttis hin fayyinee maaltu narra jira? &nbsp...

Aug 21, 2025
143: Namni mana na wajji kireeffate muuziqaa dhageeyfata

Gaaffii: Hiriyaa qaba kan mana tokko kireeffannee waliin gallu. Namni kun guyyaa takka qur’aana Rabbii dhaggeeyfatee hin...

Aug 21, 2025
846: Huccuun hoggaa umraa godhan uffachuun dhoorkaa maali?

  Gaafii: Dhalaan hoggaa umraa gootu kophee tama agarte uffattee umraa gootii? Kophee cufaadhaa ufirraa dhiifti moo...

Aug 21, 2025
864: Waan harka bitaatiin dalagame nyaachuun ni tahaa?

Gaafii: Namni tokko tokko harka bitaatiin waa dalaga. Dubartiin midhaan hojjattus, hujii hojjattus harka bitaatiin hojje...

Aug 21, 2025
866: Namni haxxiffate nama haadhaafi abbaan maqaa kaasan je'...

Gaafii: Yoo namni tokko haxxiffate, haxxishoo tana keessatti namni tokko tokko ni hoodata, maal jennaan namni haxxiffatu...

Aug 21, 2025
888: Anbiyoota meeqatu Aadamiifi Nuuh jidduu jira?

Gaafii: Anbiyoonni nama meeqaatu abbaa keenya Aadamiifi Nuuh jidduu jira?   Deebisaa: Abbaan keenya guddaan Aadam a...

Aug 21, 2025
Showing 401 to 420 of 720 articles