Articles
750: Salaamata walirratti Qara’uun Bid’aadhaa?
Gaafii: Salaamataa waliin jechan kun bidaayaadha moo? Deebisaa: Bidaayaadha yoo jettuu afaan Arabaatiin gaafattee...
724: Foon Ummanni Ahlal Kitaab qalan nuuf halaali moo haraam...
Yaa gabricha Rabbi, hogguma takkallee wanti nuti itti amannu akka muslimaatti wahuma Rabbiin nuuf himee nuuf ibsee, erga...
805: Huccuu yeroo haydii uffachaa turaniin salaatuun tahaa?
Gaafii: Intalti dhalaa takka yeroo haydiin itti jirtu huccuu uffachaa turte hoggaaniifi xahaaratte hucccuu saniin salaat...
139: Nama ibaadaa hin qabne waliin jiraachuun akkami?
Gaafii: Gurbaa tokko kan hin soomanne, kan araada hedduu fi amala hamaa qabuu wajji nikaaha godhanne. Maatiin kiyya dhii...
139: Namni tashahhuda duraa irraanfate akkam godha?
Gaafii: Namni salaata Zuhrii, Asrii, Magriibaa fi Ishaa’ii osoo salaatu tashahhuda duraa irraanfatee osoo ol ka’aa jiru...
914: Jannata keessatti dhiirri hural'eeynii qabaa dubartiin...
Deebisaa: Dubartii Rabbi sodaattee iimaan qabdu ta Rabbiif jecha uf qabdee jannata argatte huuralee...
139: Namni akkaan ariifate tayammumaan salaatuu danda’aa?
Gaafii: Namni tokko osoo karaa deemuu, salaataaf yoo iqaaman dhagahe, wudu’achuuf yeroo hin qabu, salaatni akka isa hin...
139: Mallaqa osoo zakaan irraa hin bahin waggaan 2 itti naan...
Deebisaa: Zakaan akka Arkaana Islaamummaa irraa tahe namuu ni beeka. Kanaafuu namni Muslimaa kan qabeenya zakaan...
140: Dilii irraa akkamitti tawbatan?
Gaafii: Namni tokko dogongoree daangaa Rabbii yoo cabse, ifuma isaatii karaa Rabbiitti deebi’a moo, nama biraatitu akka...
139: Rifeensa Gabaabsuun Dubartiif Hayyamamaa?
Gaafii: intalti takka rifeensa yoo gabaabsatte hukmii shari’aatti akkami? Deebisaa: Wanti intalti ittiin b...
917: Kitaabaa Qur'aanaa waraqaan mammaranii nyaachuu hukmiin...
Gaafii: Biyya keenyatti bakka kitaaba bananii kitaaba laalanitti qur’aana katabanii mammaranii nyaadhu namaan jedhan, qu...
839: Waan namni hin beeyne nama nyaachisuun akkami?
Gaafii: Akaakoo kiyya tokko hedduun jaaladhaa nin kaddama. Gaaf tokko odoo foon muruufii harki na muramee dhiigni narraa...
841: Soomanaan qodhaa godhe osoon hin soommanin Ramadaanni n...
Gaafii: Gaaf tokko Rabbii kiyyaaf jechaan qodhaa godhe. Yoo Rabbiin waan akkanaa muraada naaf guute baatii takka nin soo...
957: Intala eega butanii zinaa irratti dalaganii booda Nikah...
Gaafii: Gaaf tokko na butanii ganda gurbaa na geessanii achitti gurbaan hamtuu natti dalage, warri keenyas dafaniillee...
139: Nikaahni nama duubaan godhamu akkami?
Gaafii: Anaa fi intalti takka wal jaalanne. Eega wal jaalanneen booda warri keenya lamaan walitti dhufanii nikaya nama g...
725: Ambiyoota Meeqatu Ergame? Garaagarummaan Nabiyyiifi Ras...
Gabricha Rabbii; ta duraatii hogguma takkallee wanti nuti haasofnu kaalama Rabbiiti. Wanni deebisaa goonuunis akkuma sa...
101: Namni harka mirgaa hin qabne bitaan qaluu danda'aa?
Gaafii: Yoo harki mirgaa dhukkubsataa yookaa citaa ta’ee bitaadhaan qaluu ni danda’aa? Deebi...
104: Iqaamuun maletti salaata salaatuun akkam?
Gaafii: Namni tokko yoo azaanatee irraanfatee iqaamaa malee salaate akkam? Deebisaa: Ulamaa garii b...
140: Namni saayyidul istighfaar Qara’u isii qofaan Jannata n...
Deebisaa: Nabiin Keenya-Salallaahu Aleeyhi Wasallam-Du’aa’ii adda addaa keessatti fadlii yookaan darajaa isiin qa...
143: Maallaqa nama biraa qabu irraa zakaa ni baasaa?
Gaafii: Kafiila kiyya biraa osoo mallaqa hin fudhatin kan waggaan irra naannawetu jira. Mallaqa kana irraa zakaa ni baas...